KITAABA SEENAA RASUULAA ( SALLALLAAHU ALEEYHI WASALAM ). Kitaabni kun, "Seenaa Nabiyyii: Dhalootarraa Hanga Du'aa"tti kan of keessatti hammate yommuu tahu, seenaa jireenya Nabii Muhammad ( Sallallaahu aleeyhi wasallam ) kan dhaloota isaa irraa kaasee hanga du'aa isaatti nuuf odeessa. Kitaabni kun Sheekh Munsaa bin Raashid Al-Aazimii irraa kan qopheeffame yoo ta'u, Afaan Oromootti Jaafar Bayaan Ahmad (Abbaa Muhammad) irraa hiikame.
Siiraa Nabii Muhammad (Sallallaahu aleeyhi wasallam) haala gabaabaa ta'een ibsuu fi uummata Afaan Oromoo dubbatuuf kan qophaa'e dha. Seenaa Nabii Muhammad ( Sallallaahu aleeyhi wasallam ) kan dhaloota isaa irraa kaasee hanga du'aa isaatti gabaabsuun, akkaataa Rabbiin Nabiyyii isa itti godhe, akkaataa da'waa itti godhe, akkaataa inni hijiraa itti godhe, akkaataa duulota (Battles) itti gaggeessee fi hanga amantiin islaamaa biyya arabaa keessa babal'atee ummanni muslimaa heddummaatutti kitaabni kun kan of keessatti hammateedha.

Kitaabni kun qabiyyoota adda addaa qaba, akka:
- Dhalootarraa Hanga Nabiyyummaa: Dhaloota Nabii Muhammad (Sallallaahu aleeyhi wasallam), haadha isaa Aaminaa fi abbaa isaa Abdullaahi, akkasumas guddina isaa yeroo ijoollee ta'uudhaan kaasee hanga nabiyyummaa argateetti.
- Nabiyyummaa Irraa Hanga Hijiraa: Nabiyyummaa argatee booda, da'waa kennuu isaa, rakkoolee Makkaa keessatti isa qunnamee fi hijiraa Madiinaatti godhuu isaa.
- Israa'i fi Mi'raaj: Seenaa Israa'i fi Mi'raaj, kan Nabii Muhammad (Sallallaahu aleeyhi wasallam) gara samii torbanii fi Masjid Al-Aqsaa deemuu isaa.
- Hijiraa Irraa Hanga Duula Badrii: Seenaa hijiraa booda, duula Badrii fi lolaalee biroo kan Nabii Muhammad (Sallallaahu aleeyhi wasallam) gaggeessee.
- Duulaalee fi Jihaadaa: Duulaalee adda addaa kan Nabii Muhammad (Sallallaahu aleeyhi wasallam) gaggeessee, akka duula Badrii, Uhud, fi duulaalee biroo.
- Hajjii Al-Wadaa'ii fi Du'aa: Seenaa Hajjii Al-Wadaa'ii fi du'aa Nabii Muhammad (Sallallaahu aleeyhi wasallam).
Kitaabni kun seenaa Nabii Muhammad (Sallallaahu aleeyhi wasallam) haala gabaabaa ta'een ibsuu fi uummata Afaan Oromoo dubbatuuf kan qophaa'e dha. Seenaa Nabii Muhammad ( Sallallaahu aleeyhi wasallam ) kan dhaloota isaa irraa kaasee hanga du'aa isaatti gabaabsuun, akkaataa Rabbiin Nabiyyii isa itti godhe, akkaataa da'waa itti godhe, akkaataa inni hijiraa itti godhe, akkaataa duulota (Battles) itti gaggeessee fi hanga amantiin islaamaa biyya arabaa keessa babal'atee ummanni muslimaa heddummaatutti kitaabni kun kan of keessatti hammateedha.
Kanaafuu bakka armaan gadii dowload jettu tana tuqaa gadi buufadhaa
The document titled "Seenaa Nabiyyii: Dhalootarraa hanga Du’aa" is a detailed biography of the Prophet Muhammad (peace be upon him) written in the Oromo language. It covers his life from birth to death, including his early life, prophethood, the challenges he faced in Mecca, the migration to Medina (Hijra), and the various battles and events that took place during his lifetime. Below is a summary of the key sections and themes covered in the document:
1. Introduction and Purpose
- The book is written to provide a concise yet comprehensive account of the Prophet Muhammad's(peace be upon him) life, emphasizing the importance of studying his biography (Seerah) for guidance and inspiration.
- The author, Jaafar Bayaan Ahmad, explains that the book is based on the works of Sheikh Moussa bin Rashid Al-Aazir and other Islamic scholars.
2. Early Life of the Prophet
- The Prophet Muhammad (peace be upon him) was born in Mecca in the year 570 CE (Year of the Elephant). His father, Abdullah, died before his birth, and his mother, Amina, passed away when he was six years old.
- He was raised by his grandfather, Abdul Muttalib, and later by his uncle, Abu Talib.
- As a young man, Muhammad was known for his honesty and trustworthiness, earning the title Al-Amin (the Trustworthy).
3. Prophethood and Early Da’wah (Call to Islam)
- At the age of 40, Muhammad (peace be upon him) received his first revelation from Allah through the Angel Gabriel in the cave of Hira. The first verses revealed were from Surah Al-Alaq (96:1-5).
- He began preaching Islam secretly, starting with his close family and friends. The early converts included his wife Khadijah, his cousin Ali, and his close friend Abu Bakr.
- The Prophet faced severe opposition from the Quraysh tribe in Mecca, who persecuted him and his followers. Despite this, the message of Islam continued to spread.
4. Migration to Medina (Hijra)
- Due to increasing persecution, the Prophet (peace be upon him) and his followers migrated to Medina in 622 CE, marking the beginning of the Islamic calendar.
- In Medina, the Prophet established a Muslim community and built the first mosque, Masjid al-Nabawi. He also formed alliances with various tribes and laid the foundation for an Islamic state.
5. Battles and Conflicts
- The document details several key battles, including:
- Battle of Badr (624 CE): A significant victory for the Muslims against the Quraysh.
- Battle of Uhud (625 CE): A challenging battle where the Muslims faced setbacks but learned important lessons.
- Battle of the Trench (627 CE): A defensive battle where the Muslims successfully defended Medina against a large coalition of enemies.
- These battles were pivotal in establishing the strength and resilience of the Muslim community.
6. Conquest of Mecca and Later Life
- In 630 CE, the Prophet (peace be upon him) and his followers conquered Mecca without bloodshed, marking a turning point in the spread of Islam.
- The Prophet continued to spread Islam throughout Arabia, sending letters to various kings and leaders inviting them to accept Islam.
- He performed his farewell pilgrimage (Hajjat al-Wadaa) in 632 CE, delivering his famous farewell sermon, which emphasized unity, equality, and the importance of following Islamic teachings.
7. Death of the Prophet
- The Prophet Muhammad (peace be upon him) passed away in 632 CE in Medina at the age of 63. His death marked the end of his prophethood, but his teachings and legacy continued to guide the Muslim community.
8. Key Themes and Lessons
- The biography emphasizes the Prophet's (peace be upon him) character, patience, and perseverance in the face of adversity.
- It highlights the importance of faith, unity, and justice in building a strong and cohesive community.
- The document also underscores the significance of studying the Prophet's life as a source of guidance for Muslims in all aspects of life.
9. Appendices and Additional Information
- The book includes various appendices with additional details about the Prophet's (peace be upon him) companions, his family, and the historical context of his life.
- It also provides references to Islamic sources and scholars, ensuring the accuracy and authenticity of the information presented.
For more
click here
Good https://shorturl.fm/j3kEj
https://shorturl.fm/A5ni8
https://shorturl.fm/YZRz9
https://shorturl.fm/MVjF1
https://shorturl.fm/nqe5E